Bonsamo mieso legacy

Bonsamo mieso legacy dubbisuun beeka nama taasisa. Boonsamoo kana nama gorsa.

12/07/2025
12/07/2025
yaa'aa Gadaa Arsii...
12/07/2025

yaa'aa Gadaa Arsii...

Shashaamannee Gamoo biiftuu barii....Mana kitaaba madaala sammuu.    Available....now
07/06/2025

Shashaamannee Gamoo biiftuu barii....
Mana kitaaba madaala sammuu.
Available....now

  legacy continues...     ,  # Gamoo biiftuu barii..Jallatti ni argattu... 0932683171
07/06/2025

legacy continues...
, #
Gamoo biiftuu barii..
Jallatti ni argattu...
0932683171

Arsii Arsooma QorsaaArsii sanduuqa obsaaArsii tuttuqaa didduArsii tuttuqan iddu.Duree qarooma duraaArsee woraana shuraaW...
21/09/2024

Arsii Arsooma Qorsaa
Arsii sanduuqa obsaa

Arsii tuttuqaa diddu
Arsii tuttuqan iddu.

Duree qarooma duraa
Arsee woraana shuraa

Worra diina rarraasu gaafa lolaaf kutate,
Worra biidhaa wol baasu gaafa woliif murate.

Arsii gaafa Dhoombirkaa Arsii gaafa Aanolee,
Worra woliin dhaadatu worra woliin dhaabatu Bullaallaafi Wocaalee,
Hidda Utaafi Waayyuu hundee Raayyaafi Kajawaa,
Lafaafi lafee ofiirratti ija Jaamsee Adawaa,,

Oromiyaa hardhaatiif kan dhiiga laatte gatii,
Fiixaa Leenjisoo diigaa hundee dhiirati ati !!!

Oromoota Arsii akkatti bareedan .

Oromummaan faaya !!
Walaloo Amaan Nyafaroo

Meeeting on Bonsamo legacy with PROFESSOR PERI KLEMMM'S. It is a good time.
26/02/2024

Meeeting on Bonsamo legacy with PROFESSOR PERI KLEMMM'S. It is a good time.

Gadaan buli kitaabni jedhu sadarkaa Inistitiyuutii Qorannoo fi Qo'annoo Oromootti hayyoota hojii dhalootaaf ta'u olkaaha...
13/11/2023

Gadaan buli kitaabni jedhu sadarkaa Inistitiyuutii Qorannoo fi Qo'annoo Oromootti hayyoota hojii dhalootaaf ta'u olkaahani hedduu waliin beekamtii kennu keessaniif
galata qabdu.. IQQO

GADAAN BULI...
01/10/2023

GADAAN BULI...

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bonsamo mieso legacy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bonsamo mieso legacy:

Share

Category