Tokkicha Alaa

Tokkicha Alaa Songzi Xiecheng E-Commerce Co., Ltd. shares high-quality goods

17/04/2022

HIRIYAAN KEE EENYU...?

Hiriyaan hirkoo dha. Dhadhaabata gaafa rakkinaati, Hiriyaan kafana, Iccitiifi dhoksaa namaaf golga.
Nama biratti, hiriyaan madaalaa eenyummaa keetiti. "Hiriyaa kee naaf himi eenyummaa kee sittan hima." Jedha mammaakaan.

Hiriyaa gaariin tulluu ta'ee si muldhisa hiriyaa gadheen gufuu ta'ee si kuffisa.

Hiriyaa yartuun mul’ata kee ajjeessa, hiriyaa gaariin mul'ata kee jabeessaa.
Hiriyaa gaariin akka oftaatu barbaada, hiriyaa yartuun akka isa fakkattu barbaada.

Hiryaan kee eenyu ? Mul'ata kee jaalata moo akka hin mul'anneef si jaalata ?
Hiriyaan kee bilisummaan akka yaaddu moo akka isaatti akka yaaddu barbaada ? Hiriyaan kee akka galmaa geessu barbaadamoo akka galtee teessu barbaadaa ?
Hiriyaan kee eenyu ? Itti yaadi

Hiriyaa keef jettee Kaayyoo kee dhabuurra, Kaayyoo keef jecha hiriyaa kee dhabuu wayya. Sababni isaa yoo Kaayyoo qabattee hiriyaa kee oolchuu dandeessa waan ta'eef.

Kaayyoo gaariin hiriyaa gadhee waliin akka wal si dhabsiisu beeki.

Galaa sammuu irraa...!

住所

湖北省荆州市松滋市新江口街道贺炳炎大道5号才知文化广场二层2115号
Tsuchiura-shi, Ibaraki
434200

電話番号

+8615624541452

ウェブサイト

アラート

Tokkicha Alaaがニュースとプロモを投稿した時に最初に知って当社にメールを送信する最初の人になりましょう。あなたのメールアドレスはその他の目的には使用されず、いつでもサブスクリプションを解除することができます。

事業に問い合わせをする

Tokkicha Alaaにメッセージを送信:

ショートカット

共有する