Mube Ahmed

Mube Ahmed Abbaa firaa post
https://t.me/mubiiteam

pic of the weekGalaanaa Gaaromsaa
15/08/2023

pic of the week
Galaanaa Gaaromsaa

Baga rabbiin achi si dhaabe
14/09/2022

Baga rabbiin achi si dhaabe

Wanti isin ummata keenyaa gootan kan qofa galatoomaaKaanis ittuma yaadduu
06/09/2022

Wanti isin ummata keenyaa gootan kan qofa galatoomaa
Kaanis ittuma yaadduu

Innaalillaahi waโ€™innaa ileyhi Raajiโ€™uun Imaamni maajiida qobboo shek Aliyyuu Hamzaa Rasaasaan Dhaโ€™amanii ajjeefamanEeeyy...
05/09/2022

Innaalillaahi waโ€™innaa ileyhi Raajiโ€™uun
Imaamni maajiida qobboo shek Aliyyuu Hamzaa Rasaasaan Dhaโ€™amanii ajjeefaman
Eeeyye duraanuu dubbiin ummata Raayyaa Keessaa namootuma gaggaarii funaanuudhaaf deemu fakkaata
Kaayyoo deemamuiftu kana
Jaarsa miskiina kana Rabbiin ija Rahmataatiin isin hamilkatu

25/12/2021

Shaashaa jedhaa mee
Diraamaa ajaa'ibaa mee xiqqoo seeqadhaa๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†
Guutuu isaatiif linkii kana gadi qabaa banaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://youtu.be/0j09nCYWzm0

Obboleessi bahaaliyaakee asiin dhufe like Sher godhaaYoutube isaa subscribe godhaafii jajjabeessaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡  https://youtu.b...
18/12/2021

Obboleessi bahaaliyaakee asiin dhufe like Sher godhaa
Youtube isaa subscribe godhaafii jajjabeessaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/94-7y0HgJS4

DUBBII DHAMA QABDU.3ffaa1, Hiriyyaan dhugaa daawwitii dha. Rakkoo kee kan qoodatu waan ta'eef sirraa hin fagaatin.2, Kan...
01/12/2021

DUBBII DHAMA QABDU.3ffaa

1, Hiriyyaan dhugaa daawwitii dha. Rakkoo kee kan qoodatu waan ta'eef sirraa hin fagaatin.

2, Kan koo qofa fudhu. kiyyaattu sirriidha kan jedhu doofaadha biraa fagaadhu malee waliin hin mormin.

3. Seenaa kaleessa raawwattee fi dogongora Kan deebisu xiiqii sammuu keetiti.

4, Fuula hinaaffaan gurraachesite dibatni hin cululuqsu!

5, Hanga hin dhaabbannetti tirachaa jirta taanan iddoo yaadde numa geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuutu caala.

6, Kophummaan kan bareedu mana fincaanii qofa keessatti

7, Utuu durbi lafa qotuun beekamti ta'ee dhiirri hundi qotee bulaa ta'ee dhuma.

8,Beelarra kajeellaattu nama miidha!

9, Jecha caalatti kan dubbatu gocha.

10, Ilma namaa hin tuffatin injiraanuu surree nama hiikkachiifti.

11, Waa'ee namaa beekuun salphaadha
garuu waa'ee ofii beekutu cima.

12, Osoo barnoonni uleedhaan Namaaf gala tahee harreen piroofeesara taati.

Kan Odeeffanne irraa...!!

itti fufa.........!!!!!

# share

Congratulations ๐Ÿ‘๐ŸŽˆ  WBO zonii jimmaa Hala AJAA'IBSIISAA eebbisee jira gutuu isaatuif ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtu.be/5mNOHiWy85cYouTu...
30/11/2021

Congratulations ๐Ÿ‘๐ŸŽˆ WBO zonii jimmaa Hala AJAA'IBSIISAA eebbisee jira gutuu isaatuif ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/5mNOHiWy85c
YouTube channel kana subscribe godhaa ittiin booharaa

Address

Nairobi
MOYALE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mube Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share