25/06/2021
Namni Hunduu tokko miti
Biyya kana keessatti waanti hamma cirrachaa baayyatan hinaaftota
Namni hojii hojjatu keessatti hinaaffa gudda qaba.bara yoo hojjatan yoo baratan yoo deeman yoo ka'an hinafamaan keessa jirra.
Biyya keenya keessatti Hamma Ammatti waanti hin hinaafamnee yoo jiraate >Rakkina qofa inniilleen bulee waan Ta'u hin beeknu.
>Namni tokko yoo hojjetee isa Tokkon ol ta'ee Bara hinaãfamu keessa jiraachuun keenya kun rakko hamaafi hirkattumma gudda keessa nu galchuu waan danda'uuf wal hinaafu dhiifne Wal gargaaru Aadaa Keenya haa Godhaannuun Dhaamsa kiyya??
Nama hinaafun keenya bu'aa waan nu hin buufneef >waal hinaafu dhifnee
garaa jaalala waliif qabaanne
Tokko yoo taane Galmaa Yaadame hin Geenya.