12/03/2021
Gatiin Gabbaraa garmalee dabalaa dhufuun dargaggoota fuudha fedhaniif yaaddoo ta'aa jira.
Gabbarri aadaa Oromoo Sikkoo Mandoo biratti hedduu beekama.
Dhiyeenya kana sirbi haaraan 'Mee Gabbarri haa hafu' jedhu kan Faayoo Mootii weelliste miidiyaa hawaasummaa irratti ijoo dubbii ta'ee ture.
Weellistuu kana dubbisnee kan qopheessine kunooti
⬇️⬇️
https://bbc.in/2Zvzx6e