Dhan dhaamii laallii

Dhan dhaamii laallii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhan dhaamii laallii, Shopping & retail, Minneapolis, MN.

10/08/2025

jeechumafi

10/02/2025

Haalkan
Jummaa
Mubarak

 ✍️█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒
04/26/2024

✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒

Ilmaan Oromoo hedduminaan kan keessatti argaman tibbana lammiileen Itoophiyaa qarqara galaana Diimaatti nyaataman. ODM: ...
04/25/2024

Ilmaan Oromoo hedduminaan kan keessatti argaman tibbana lammiileen Itoophiyaa qarqara galaana Diimaatti nyaataman.

ODM: Eebla 25,2024

Lammiileen Itoophiyaa danoomaan ilmaan Oromoo keessatti argaman tibbana galaana diimaan nyaatamuu gabaafame. Kanneen balaa kanaan du'an keessaa daa'imni waggaa 8 akkasuma daa'imni baatii 5 jiraachuu himama.

Bidiruun Yaman irraa gara Itoophiyaa osoo imaltuu qarqara Galaana Diimaa Jibuutiitti dhiyaatutti dhidhimte kun namoota 77 feetee akka turte Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti jaarmiyaa dhimma baqattootaa IOM ibseera. Isaan keessaa kanneen 33 ol ta'aan du'uu fi kaawwan ammoo as buuteen dhabame jedhame.

Bidiruun baqattoota Itoophiyaa kunneen qabattee dhidhimuu jalqaba kan argan warra qurxummii kiyyeessan yoo ta'u isa booda waan ijaan argan eegdota handaara galaanaatti himan jedhame.

Kana hordofuun lubbu-baraartonni kanneen dhidhiman keessaa 20 baraaruu danda'an illee irra hedduun du'uu isaanii caqafameera.

Kanneen lubbuun baraaraman handaara galaanaa Jibuutii magaalaa xiqqoo Godoriyaa jedhamutti erga walitti qabamanii booda wal'aansaaf gara hospitaalaa geeffamaniiru.

Ergasii karaa jaarmiyaa dhimma godaantotaa UN, IOM gara Itoophiyaatti deebifaman jedha gabaasichi.

Qondaalli olaanaan eegdota galaanaa Jibuutii Isse Iyah, godaantonni kunneen Yaman gadhiisanii kan ba'aniif jireenyi achii kan biyyasaaniitti baqatan caalaa waan hammaateef jedhan.

Dhiyeenyuma balaan akkanaa galaana Diimaa irratti mudateera. Daandii balaa lubbuu ofii dhabuuf nama saaxilu kana irra uummatni akka hin imalle himamus namooti hedduun dirqamanii deemsa galaanarraa kanatti galu.

😘😘😘Vacation Time 💥💥
04/25/2024

😘😘😘
Vacation Time 💥💥












 █▓▒L░I░K░E░M░E▒▓█ Follow me 💚┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█👆
04/25/2024


█▓▒L░I░K░E░M░E▒▓█ Follow me 💚
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█👆

04/25/2024

isiinin jaaladha hunda kessan
Haalkan j.mubarak

Baatiriin bilbila keessanii dafee akka dhumu yoo isin yaaddesse app kana install gochuun sirreessuu dandeessu.Appicha bu...
04/23/2024

Baatiriin bilbila keessanii dafee akka dhumu yoo isin yaaddesse app kana install gochuun sirreessuu dandeessu.

Appicha buufachuuf 👇

https://bit.ly/3QuGhZP

❤❤❤🦋
Picture of the day 😘
:
:
:





















Bilbila keessaniin suuraa qulqullina qabu kaasuuf rakkachaa jirtuu? Kanaafuu appii kaameraa kana install gochuun suuraa ...
04/23/2024

Bilbila keessaniin suuraa qulqullina qabu kaasuuf rakkachaa jirtuu? Kanaafuu appii kaameraa kana install gochuun suuraa qulqullina olaanaa qabu kaasuun ni danda'ama

Appicha buufachuuf 👇

https://bit.ly/3QuGhZP

❤❤❤🦋
Picture of the day 😘
:
:
:





















Address

Minneapolis, MN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhan dhaamii laallii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share