The Finfinne Insider

The Finfinne Insider Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from The Finfinne Insider, Shopping & retail, New york, New York, NY.

09/07/2026
09/07/2026

Misooma hundagaleessa hawaasummaa, dinagdee fi haala jireenya fooyyessuuf kutannoodhaan hojjetamuun hawaasa irraatti milkaa'ina guddaa galmeessisaa jira.





Qaammee 2 Guyyaa olka'insaaMilkaa’inni har’aa bu’uura olka’iinsa boruuti !!
09/07/2026

Qaammee 2 Guyyaa olka'insaa

Milkaa’inni har’aa bu’uura olka’iinsa boruuti !!

09/07/2026

Qaammee 2: Guyyaa Olka’insaa!

Itoophiyaan qabeenya umamaa qabdu gara dinagdeetti jijjiiruun galma badhaadhina hunda-galeessaa qabatte dhugoomsuuf xiiqiin hojjetaa jirti. Waggootan jijjiiramaa darban keessattis,harka tokkoon qormaata ishee mudatan injifachaa,harka biraan ammo pirojeektota gurguddoo seenaa biyyattii jijjiiruu dandaa’an karaa addunyaa raajeffachiseen xumuruun tajaajilaaf oolchuu dandeessee jirti. Shira diinota seenaatiin xaxaman fashaleessuun Pirojeektii Hidha Haaromsa Guddicha Laga Abbaayii rakkoowwan walxaxaa keessaa baasuun xumuraaf akka gahu gochuun dandaa’ameera. Kana malees pirojeektotni gurguddoon misoomaa turizimii, bu’uuraalee misooma geejjibaa,misooma magaalaa,qonnaafi industirii akkasumas pirojeektota humna annisaa maddisiisan biroon hojjetamuun guddina dinagdee Itoophiyaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf cichoominaan hojjetameera. Akkasumas, goolabamuu ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Laga Abbaayii hordofee Pirojeektotni gurguddoon egeree Itoophiyaa murteessan labsii Gubaatiin eeraman kan akka daandii xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu, Warshaa Xaa’oofi kanneen biroon agarsiistuu imala milkii biyyi keenya gara badhaadhinaatti taasisaa jirtuuti. Waliigalaan Mootummaan Idaa’amuu Pirojeektota gurguddoo fayyadamummaa uummataa mirkaneessaniifi dinagdee biyyaa utuban irratti xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechuun olka’insa Itoophiyaa qabatamaan dhugoomsaa jira.

09/07/2026
💥አንድ ሰው የለም ላለው ነገር ጠበቃ መሆን ይችላል? የአቶ አንዳርጋቸው ፅጌ የፖለቲካ አካሄድ እና የአሁኑ የትግል ጥሪ እጅግ አስገራሚ እና የማይጣጣም ነው። በአንድ በኩል "አማራ የሚባል ነ...
09/06/2026

💥አንድ ሰው የለም ላለው ነገር ጠበቃ መሆን ይችላል? የአቶ አንዳርጋቸው ፅጌ የፖለቲካ አካሄድ እና የአሁኑ የትግል ጥሪ እጅግ አስገራሚ እና የማይጣጣም ነው። በአንድ በኩል "አማራ የሚባል ነገድ የለም" ይለናል፤ አገሪቱም የተፈጠረችበትን መንገድ ዲቃላዎች የፈጠሯት በማለት በተዛባ ትርክት ያብራራል። በሌላ በኩል ደግሞ ዛሬ ላይ ፊቱን አዙሮ ለአማራ ህዝብ እታገላለሁ እያለ ይገኛል።

👉ይህ በምንም የፖለቲካ ስሌት ሊገጥም የማይችል ሃቅ ነው። አማራን እንደ ጨቋኝ ሲስል የነበረ፣ በአዲስ አበባ የባለቤትነት እና በወልቃይት የማንነት ጥያቄዎች ላይ ፀረ-አማራ የሆኑ አቋሞችን ሲያራምድ የቆየ ሰው፣ ዛሬ የትግሉ አጋር ነኝ ማለቱ ከልብ የመነጨ ነው ብሎ ማመን የዋህነት ነው።

09/06/2026

💥አማራ የሚባል ብሄር የለም ብሎ በይፋ የተናገረ ሰው፣ ዛሬ ተመልሶ ለአማራ ህዝብ እታገላለሁ ሲል መስማት የፖለቲካ ቀልድ ነው። የሌለን ህዝብ መወከልም ሆነ ለእሱ መታገል አይቻልም!

📌አቶ አንዳርጋቸው ፅጌ ከዚህ ቀደም አማራ ጨቋኝ ነው የሚለውን የሐሰት ትርክት ሲያስተጋባ እንደነበር አይዘነጋም። ማንነቱን እንደ ፖለቲካው አየር ንብረት አንዴ አማራ፣ አንዴ ኦሮሞ እያለ ሲቀያይር የነበረ ሰው በድንገት የአማራ ጠበቃ ሊሆን አይችልም፡፡

09/06/2026

Address

New York
New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Finfinne Insider posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share