Hani Entertainment page

Hani Entertainment page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hani Entertainment page, Shopping & retail, Saint Paul, MN.

08/04/2021

As wr wb

05/30/2021
05/29/2021

๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

As wr wb yaa umataa Nabii Muhammad Suhbanallah majenifadhaa namnii rabbi Afiyaa hisinifii kenee Alahamdulillah jedhaaMee...
04/08/2021

As wr wb yaa umataa Nabii Muhammad
Suhbanallah majenifadhaa namnii rabbi
Afiyaa hisinifii kenee Alahamdulillah jedhaa
Mee sheer wolifi godhaa udii kesaniyuu otuu
SHEER hin godhini biraa daribinaa๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

04/05/2021


Nashida baredduu gababdu tana naf aferama๐Ÿ˜๐Ÿ‘Œโค๏ธ
๐ŸŽค

Mee Follow Oro kรธรธ

โˆšยฎ. Hubadhuu ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’1.โˆšยฎ. " dubartiin cimtun harka nama dhugaa keessa jirtii."๐Ÿ‘Œ2,โˆšยฎ. Dubartiin nii miidhamti, nii boossii, g...
04/03/2021

โˆšยฎ. Hubadhuu ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’
1.โˆšยฎ. " dubartiin cimtun harka nama dhugaa keessa jirtii."๐Ÿ‘Œ

2,โˆšยฎ. Dubartiin nii miidhamti, nii boossii, garuu ammas nama ishee miidhuu nii jaalatti." ๐Ÿ‘Œ

3.โˆšยฎ." Dubartiin wanta kamiyyu, gocha kamiyyu badhate jirachuu dandessii gaaru kan isheen hin dandenye soba qofa ." ๐Ÿ‘Œ

4.โˆšยฉ. "Dhiira bultiif hin qophoofneef dubartiin takka gaha miti ."๐Ÿ‘Œ

5.โˆšยฎ. "Dubartiin dhiira sirri qofa hin barbaaddu.
Kan isheen barbaaddu nama adda kan haala isheen irra jirtu hubachuuf danda'u fi miira adda isheef qabu dha ."๐Ÿ‘Œ

6.โˆšยฉ. "Dubartiin dhugaan sii jaalattu,hiyyumma kee hin ilaaltu ."๐Ÿ‘Œ

7.โˆšยฉ. "Dubartii cimtu jechuun kan jireenya ijaaru dandeettudha .kan warri kaan itti darbatan walitti qabde."๐Ÿ‘Œ

8.โˆšยฉ." Dubartiin kamiyyuu kan yeroo ati waan tokko dhabdu,yeroo ati waan hunda qabaattu qabaachuu qabdu dubartii takkitti dha .!"

9.โˆšยฉ. " namnii haadha manaa isaa kunuunsu kamiyyuu yeroo hundaa jireenya keessatti waan gaarii hojjetta. Dubartiin gammadun Abba manaa isheetif eebba.!"

10.โˆšยฉ. "Amantus amanu baattus, dubartoonnii hiriyya xiqqoo qabdu haadha manaa gaarii dha ."๐Ÿ‘Œ

11.โˆšยฉ. " dubartiin arsaa malee naga argatte hin rakkattu ."๐Ÿ‘Œ

12.โˆšยฉ. " dubarri kamiyyu kana dubbisa jirtu, akka atii nama dhugaan sii jaallatu argattu nan hawwa."๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ’๐Ÿ’ฏ
mee

Address

Saint Paul, MN
55113

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hani Entertainment page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share