Badaawwii Jibiriil

Badaawwii Jibiriil Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badaawwii Jibiriil, Shopping & retail, Yemen San. aa, Aden.

28/06/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Jooniyee Sigimoo, Hasan Naasir

Nama hojii dansaa hojjatu, jeneraalticha qofaatu faarsa miti. Addunyaatu faarsa. Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinne...
25/10/2023

Nama hojii dansaa hojjatu, jeneraalticha qofaatu faarsa miti. Addunyaatu faarsa. Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee qorichi budaa,
Dr. Adaanachi Abeebee

Yuunivarsitii Tiriiniitii Filooriidaarraa Doktareetii kabajaafi bulchiinsa Joorjiyaarraa badhaasa kabajaa lammummaa Joorjiyaa argatan!

Congratulations 🎊

Milkaa'uu Akka Dandeessu Ni Amantaa? ▬▬▬▬▬▬▬❒ Gaaffilee kana of gaafadhuu deebii sirrii jireenya kee gargaaru deebisi! β‡˜...
04/10/2023

Milkaa'uu Akka Dandeessu Ni Amantaa?
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❒ Gaaffilee kana of gaafadhuu deebii sirrii jireenya kee gargaaru deebisi!

β‡˜ Itti gaafatamummaa jireenyaa baachuun si gammachiisaa?
β‡˜ Mul'ata kee gara karooraatti, karoora kee immoo gara raawwiitti fiduuf ni hojjettaa?
β‡˜ Waggoota shanan kana, waggoota kurnan kana nama ta'uu barbaaddu sammuu kee keessaa qabdaa?
β‡˜ Falaasama jireenyaa hordofaa jirtu qabdaa?
β‡˜ Si gargaaraa jiraa?
β‡˜ Cimanii hojjechuutti laphee kee irraa ni amantaa?

YAADA GAARII Waliif Qabaachuu ❍ Aduun ofiif ifa ta'uuf  hin baatu!❍ Abaaboonis ofitti miidhaguudhaaf hin daraarani!❍ Lag...
20/09/2023

YAADA GAARII Waliif Qabaachuu

❍ Aduun ofiif ifa ta'uuf hin baatu!
❍ Abaaboonis ofitti miidhaguudhaaf hin daraarani!

❍ Lagni (bishaan) laga akka isaa hin dhugu!
❍ Muktis ija (firii, dhala) isaa deebisee hin nyaatu!
❍ Wanta biraatiif jiraachuun seera uumamaati!
❍ Nuti hundumti keenya walgargaarree jiraachuuf uumamne!

❍ Kan ofii isaa danda'ee qofaa jiraachuu danda'u hin jiru!
❍ ATI NAMA BARBAACHIFTA, NAMNIS SI BARBAACHISA!

❍ Waan dandeenyu waan gaarii waliif ooluun yoo jiraanne, gammachuun jireenya akka sanaa keessaa argamu eessayyu hin jiru!


❍ Yaada Gaarii waliif yaaduun tarkaanfiin fuulduratti!

➦ WΙ‘Ι‘n beektΙ‘nii fi dubbistΙ‘n dhΙ‘lootΙ‘Ι‘f dΙ‘bΙ‘rsΙ‘Ι‘. WΙ‘liin bΙ‘rΙ‘nnee wΙ‘liis hΙ‘Ι‘ bΙ‘rsiifnu!
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Ξ₯єʀσσ GΞ±Ξ±Κ€ΞΉΞΉ

Yoo isiinitti tolee sheer godha

πƒπžπ¦π¬π’π’π€πž 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐑𝐒𝐧 𝐜𝐒𝐭𝐒𝐧 πŸƒπŸƒπŸƒ β€’ π™½πšŠπš–πšŠ πšœπš’πš’ πšŠπš›πš‹πšœπšž πšπš‘πšŠπš‹πš‹πšŠπšπšπšŽπšŽ 𝚘𝚜𝚜𝚘 πš‘πš’πš— πšπšŠπš—πšŽπšŽ β€’ πšπšŽπš–πšŠπšŠ πšπš‘πššπšπšπšŽπšŽπšπšπšŠπšπš‘πšž β€’ πš’πšŽπš›πš˜πš˜ πšŽπš›πš›πšŠ 𝚏𝚊𝚐𝚊𝚊𝚝𝚝𝚎 πšœπš’πšŠπš›πš‹...
06/09/2023

πƒπžπ¦π¬π’π’π€πž 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐑𝐒𝐧 𝐜𝐒𝐭𝐒𝐧 πŸƒπŸƒπŸƒ
β€’ π™½πšŠπš–πšŠ πšœπš’πš’ πšŠπš›πš‹πšœπšž πšπš‘πšŠπš‹πš‹πšŠπšπšπšŽπšŽ 𝚘𝚜𝚜𝚘 πš‘πš’πš— πšπšŠπš—πšŽπšŽ
β€’ πšπšŽπš–πšŠπšŠ πšπš‘πššπšπšπšŽπšŽπšπšπšŠπšπš‘πšž
β€’ πš’πšŽπš›πš˜πš˜ πšŽπš›πš›πšŠ 𝚏𝚊𝚐𝚊𝚊𝚝𝚝𝚎 πšœπš’πšŠπš›πš‹πšœπšžπšž πšπš‘πš’πš’πšœπšŠ πš’πš”πš—
β€’ πšœπš’πš’ πšŠπš“πšŠπš’πš‹πšœπš’πš’πšπšŠπšπšŠ
β€’ πšŠπš›πšπš’πš’πšπšŽπšŽπšπšπšŠ πš–πš’πšπš’πš’ πšœπšŠπš›πš˜πš˜πš—πš—πš’ πš’πšŽπš›πš˜ πš’πš’πš’πšŠπšŠπš—
β€’ πš πš˜πš›πšŠπšŠπš‹πšŽπšŽπšœπšœπš’ πšŒπšŠπš•πš•πš’πšœπšŽπšŽπšπšžπš–πšŠ πšŠπšπšŽπšŽπš–πšœπšŠπšœπšŠ πš’πšπšπš’
β€’ 𝚏𝚞𝚏𝚊 πšœπšŠπš‹πšŠπš‹πš—πš’ πš’πšœπšŠπšŠπš— πšœπš’πš“πš’πš’πš‹πš‹πšŠπš—πš’πš’πš πš‘πšŠπš•πš•πš’
β€’ πšŠπšπš’πš’ πš’πš›πš›πšŠ πš“πš’πš›πš›πšπšπšž πš πšŠπšŠπš— πš’πšœπšŠπšŠπš—πš’πšπšπš’ πš‘πš’πš—
β€’ πšπš˜πš•πš•πšŽπšŽπš πš”πšŠπš—πšŠ πšŒπšŠπšŠπš•πšŠπš–πš–πš˜ 𝚒𝚘𝚘 πšœπš’πšπšπš’ πšπš˜πš•πšŽπšŽπš–πš–πš˜
β€’ πš–πšŠπšπšŠ πšπš‘πšžπš”πšžπš‹πšœπš’πš’πšπšŠπšŠ
β€’ πšŠπšπš’ 𝚠𝚊.𝚎𝚎 πš’πšœπšŠπšŠπš—πš’ πšπš‘πš’πšœπš’ πšπšŽπš–πšœπšŠπš”πšŽ πš’πšπšπš’ πšπšžπšπš’

15/08/2023

HΙͺΚ€Ιͺʏᴀᴀ DΚœα΄œΙ’α΄€α΄€β€‹
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❏ Yeroo tokko hiriyoota lamatu waliin gammoojjii keessa deemu turan. Osoo deemaa jiranii yaadan walitti bu'uun wal lolan. Inni tokko isa kaanin kaballaan fuula keessa cambalaase.

✧ Inni kabalame sun osoo waa tokko hin dubbatin gad jedhee cirracha irratti "Hiriyaan koo dhugaan har'a fuula keessa na kabale" jedhee barreesse.

✧ Sana booda deemsa itti fufan. Hamma lafa bishaan jiru gahuutti deeman. Erga bishaan bira gahanii bishaan daakuu barbaadanii bishaanichatti seenan.

✧ Erga seenanii daqiiqaa muraasa booda inni kabalame sun bishaan keessa gad lixuu jalqabe. Hamma gadi fagaatutti keessa gadi badee afuura baafachuu dadhabe. Sana booda hiriyaan isaa argee dafee qabee bishaan sana keessaa baasee dhagaa irra teessisee akka inni afuura baafatu godhe.

✧ Inni kabalame sun erga of beekee booda dhagaa sana irratti "Hiriyaan koo dhugaan har'a du'a na oolche" jedhee barreesse.

✧ Inni hiriyaa isaa kabalee fi du'a oolche kun gocha hiriyaa isaa kana raajeffachuun gaaffi akkas jedhu gaafate.

✧ "Yeroon si kabale cirracha irratti barreessite yeroon amma du'a si oolchu immoo dhagaa irratti barreesite. Maalif?" Jedhee gaafate.

Hiriyaan isaa sunis akkas jedhee deebiseef:

✧ "Yeroo namni nu miidhu cirracha irratti barreessuu qabna. Yeroo bubbeen dhiifamaa dhufu isa akka balleessuuf, yeroo namni waan gaarii nuuf godhu garuu dhagaa irratti barreessuu qabna. Bubbeen kamillee dhufee isa fuudhee akka hin deemneef" jedhen.

Ayyaan libbee πŸ‘Œ

 !!_____________1, β†’ Dubbachuun dura, Yaadi!2, β†’ Mallatteesuun dura, dubbisi!3, β†’ Barsiisuun dura, baradhu!4, β†’ Gorsuun ...
22/07/2023

!!
_____________
1, β†’ Dubbachuun dura, Yaadi!
2, β†’ Mallatteesuun dura, dubbisi!
3, β†’ Barsiisuun dura, baradhu!
4, β†’ Gorsuun dura, hojiin agarsiisi!
5, β†’ Muruun dura, safari!
6, β†’ Ajjeesuun dura, bakka buusi!
7, β†’ Xiinxaluun dura, hubadhu!
8, β†’ Amanuun dura, mirkaneeffadhu!
9, β†’ Du'uun dura, qalbii geedaradhu!
10,β†’Murteessuun dura, qoradhu!
11,β†’Hojjechuun dura, karoorsi!
12,β†’Dhukaasuun dura, ilaami!
13,β†’Deemun dura, abdii horadhu!
14,β†’ Qoosuun dura, adda baafadhu!
15, β†’Nyaachun dura, hojjedhu!
16, β†’Dhiibuun osoo hin taane, malaan
hojjadhu!
17, β†’Taa'uun dura iddoo ilaalladhu!
18, β†’Yeroo dubbattu, waan ijoo qofa
dhubbadhu!
19,β†’Yommuu aartu, dafii tasgabbaa'i!
20,β†’Yommuu mariyattu, hubataa ta'i!
21,β†’Yoroo murteessitu, gara kuteessa ta'i!
22,β†’Yommuu rakkattu, dafii mala dhahi!
23,β†’Yommuu fudhattu, lakkaa'i!
24 β†’Karoorsuun dura, xiinxaliitii madaali!
25,β†’Waada humnaa olii hin seeniin; waadaa seente hin dagatiin!
_______|°°°°|________
!πŸ™

Ofuuma jabaadhu kaayyoo keetti ciichii
14/07/2023

Ofuuma jabaadhu kaayyoo keetti ciichii

Address

Yemen San. Aa
Aden
5.*

Telephone

+967778150953

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badaawwii Jibiriil posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Badaawwii Jibiriil:

Share